Bara miniliik yoo ta'e malee Oromoon takka akkanatti salphatee hin beeku! Sirnatu Oromoo ajjeessutti jira, sirnakee ijaarradhu!
#KARRAYYUUπ
#KARRAYYUUπ
Hin deebita malee
Hafuu kee hin beekne
Argaa si dheebodha
Jedheeyyuu hin eegne
Hardhaa bor deebitaaf
Goda irratti si eegaa
Atoo hin turte Haacee
Haacee gaafa morkaa
Sin eega hin ceela'u
Ammas mudhii hidhee
Silaa na eegsifte
Haaceekoo maal taate
Ati bar hin beektu
Beellamtee hafuu kana
Mee natti himi Haacee
Entu si barsiisee amala akkanaa
Seeqaa koo kokkoolfaa
Kan garaan isaa annanii
Fulduraan si dadhabnaan
Duubaan si waraanani
Diddaa kee sodaannaan
Qabsoo irraa si maqsani
Gootummaa kee dheessanii
Dukkanaan si nyaatan
Silaa...silaa maal godhanii
Kan du'e awwaalu malee
Kaasuuf hin boo'anii
Jiraachuun kee Damma
Dhandhamnee hin quufnu
Duuti kee garuu Haacee
Duti kee hargiinsa
Afaanuufuu hin tolu
Akkana kaa Haacee
Arganii dhabuunii
Mi'aawaa afaanii dhabaa
Hadhaawaa liqimsuunii
Silaa waaqa hin komatan
Ajaja isaa hin morman
Tole jechuu dadhabnus
Dhugaa fudhanneerra
Hin deebitaa keetiis
Abdii kutanneerra
Nagaatti kaa Haacee
Haacee ilma sabaa
Sabni kee martinuu
Nagaa sitti dhaamaa
Nagaatti kaa Haacee
Haacee ilma Hundeessaa
Kun kan dhumaatii miti
Xalayaa biras ima siif barreessa
Nagaatti kaa Haacee
Haacee Abbaa Wabii
Atis hin callisin
Nagaa nutti dhaami π
Walaloon #Hiikoo Dannaboodhaan
Hafuu kee hin beekne
Argaa si dheebodha
Jedheeyyuu hin eegne
Hardhaa bor deebitaaf
Goda irratti si eegaa
Atoo hin turte Haacee
Haacee gaafa morkaa
Sin eega hin ceela'u
Ammas mudhii hidhee
Silaa na eegsifte
Haaceekoo maal taate
Ati bar hin beektu
Beellamtee hafuu kana
Mee natti himi Haacee
Entu si barsiisee amala akkanaa
Seeqaa koo kokkoolfaa
Kan garaan isaa annanii
Fulduraan si dadhabnaan
Duubaan si waraanani
Diddaa kee sodaannaan
Qabsoo irraa si maqsani
Gootummaa kee dheessanii
Dukkanaan si nyaatan
Silaa...silaa maal godhanii
Kan du'e awwaalu malee
Kaasuuf hin boo'anii
Jiraachuun kee Damma
Dhandhamnee hin quufnu
Duuti kee garuu Haacee
Duti kee hargiinsa
Afaanuufuu hin tolu
Akkana kaa Haacee
Arganii dhabuunii
Mi'aawaa afaanii dhabaa
Hadhaawaa liqimsuunii
Silaa waaqa hin komatan
Ajaja isaa hin morman
Tole jechuu dadhabnus
Dhugaa fudhanneerra
Hin deebitaa keetiis
Abdii kutanneerra
Nagaatti kaa Haacee
Haacee ilma sabaa
Sabni kee martinuu
Nagaa sitti dhaamaa
Nagaatti kaa Haacee
Haacee ilma Hundeessaa
Kun kan dhumaatii miti
Xalayaa biras ima siif barreessa
Nagaatti kaa Haacee
Haacee Abbaa Wabii
Atis hin callisin
Nagaa nutti dhaami π
Walaloon #Hiikoo Dannaboodhaan
Oro Quotes via @like
ππππππππβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈπππππππππππππππππππππππππππππππ
Baguma nuuf dhalatte Goota koo
Happy 38th birth day in the heaven
Baguma nuuf dhalatte Goota koo
Happy 38th birth day in the heaven
@Oro_quotes β€οΈ
Haacaaluu roared like a lion in defense of our nation and basic human rights for all. Thatβs why he was stolen from us. Thatβs why he was silenced in that gruesome manner.
Happy birthday And you will always be remembered !
My Haacaaluuβ€
@Oro_quotes β€οΈ
Happy birthday And you will always be remembered !
My Haacaaluuβ€
@Oro_quotes β€οΈ
Watch "Tadele Gemechu - Bara Bara - Eew Ethiopian Oromo Music 2022 ( Official Video )" on YouTube
https://youtu.be/QtUhw66cEHM
https://youtu.be/QtUhw66cEHM
YouTube
Tadele Gemechu - Bara Bara- Ethiopian Oromo Music 2022 ( Official Video )
Your #1 source for quality music & videos! SUBSCRIBE NOW! β€οΈπβ¬πβ¬πβ¬πβ¬β€οΈ
#TadeleGemechu. #BaraBaraan #OromoMusic
Vision entertainment is a fully integrated audio, video and art company with the vision of expanding the current music and art industry of Africaβ¦
#TadeleGemechu. #BaraBaraan #OromoMusic
Vision entertainment is a fully integrated audio, video and art company with the vision of expanding the current music and art industry of Africaβ¦
Oromiyaa β€οΈπ
#Tadele gemechu
#Tadele gemechu
Tadele Gemechu - Bara Bara - Eew Ethiopian Oromo Music 2022 ( Officialβ¦
@OromoDJ
π€ Tadele Gemechu |
π¬ Bara Baraan |
βββββββββββ
CHANNEL:- @OROMODJ
π¬ Bara Baraan |
New Oromo Music 2022
βββββββββββ
CHANNEL:- @OROMODJ
Oro Quotes via @like
Hordoftoota amantaa kiristaanaa maraaf baga dhalachuu gooftaa keenna yeesuus kiristoosiitiin isin gahe β€οΈ Ayyaana Gaariiπ₯°ππ«
#Via Admins of the channel
#Via Admins of the channel
Oro Quotes via @like
Oro Quotes via @like
Oro Quotes via @like
Eyyeen nutu kolfa
Oromotu kolfa ππππππππππππππππππ
Oromotu kolfa ππππππππππππππππππ